
Yaa Abbaa keenyaa
Yaa Abbaa keenyaa!
Contributed by
Pastor Gerhard Reuther, Stendal, Germany - E-mail GerhardReuther@web.de
Waaqa irra kan jiraattu,
maqaan kee haa qulqullaa’u,
mootummaan kee haa dhufu,
jaalalli kee waaqa irratti akkuma ta’e
akkasuma lafa irrattis haa ta’u.
Kan nu ga’u buddeena keenya har’a nuuf kenni,
yakka keenyaa nuuf dhiisi,
nuyis immoo kan nu yakkaniif akkuma dhiifnu.
Qoramatti nu hin galchin,
hamaa nu oolchi malee,
mootummaan kan keeti’o,
humnis galannis
baruma baraan,
Amen.

Source: "Gargaarsa waaqa irraa" - Help from above

Source: "AVE MARIA in 404 lingue"
Ordine Equestro del San Sepolcro di Gerusalemme, Milano (1931).
Contributed by
David G. Landsnes, MD - E-mail dgwlmd@superlink.net
Nagaa keti Mariam,
Ja qeddest Mariam,
Note: g. = a dot over the letter g
barakanni kan si gute;
Waqni si wadjin;
naddenirrá ati ebifamté:
Ig.a garaketi Jesus ebifames.
Hada Waqa,
nu cubamtuf, ati nuf qaddu,
ammafis jogga
dua keñattis.
Amien.
Contributed by
David G. Landsnes, MD - E-mail dgwlmd@superlink.net
SECTION INDEX
CONVENT OF PATER NOSTER
CHRISTUS REX
© Copyright Christus Rex, Inc.